Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) –Baatii Eeblaa dhufu keessa Buufataaleen xiyyaaraa haaraan 3 eebbifamuun tajaajila ni eegalu jedhe Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa.
Buufataalee Xiyyaaraa ijaarsarratti argaman keessaa 3 Baatii Eeblaa keessa eebbifamuun tajaajila balallii kan eegalan ta’uu ibse dhaabbatichi.
Buufataaleen Xiyyaaraa Nageellee Booranaa, Goree Mattuu fi Dabra Maarqoos yeroo dhiyootti eebbifamuun tajaajila balallii eegalu jedhe.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.