Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Caffeen Oromiyaa muudama garaagaraa dhiyaatan raaggasiseera.
Haaluma kanaan:-
Obbo Kaffaaloo Tafarraa-Caffee Oromiyaatti Waamamaa Mootummaa
Obbo Addisuu Araggaa-Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyyaa
Obbo Saadaat Nashaa Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa
Pirofeeser Natsaanat Warqinaa-Hoggantuu Biiroo Fayyaa Oromiyaa
Tasfaayee Tulluu Hogganaa Biiroo Galiiwwanii Oromiyaa
Dooktar Namarraa Gabayyoo-Hogganaa Abbaa Taayitaa Misooma Albuuda Oromiyaa
Obbo Fissahaa Balaayinee-Daayrektara Olaanaa OBN taasisuun sagalee guutuun raggaasiseera.
Baayiluu Baanee fi Daagimaawwii Deeksisaatu gabaase
#Oromia #Ethiopia