Baankiin Hijiraa damee 17ffaa isaa maqaa Haaji Hasan Gammadaatiin moggaase Abboostootti hojii eegalchiise Read more
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa kaardiwwan kaffaltii duraa addaa diyaaspoorootaaf tajaajilan qopheessuu beeksise Read more
Baatiwwan shaniitti daldala alaa bunaa, shaayii fi mi’eesituuwwan irraa galiin Doolaraa Ameerikaa miiliyoonni 500 ol argame Read more
Iddoolee waraanni gaggeeffamaa turetti galiin Birriin biiliyoonni 2.3 ol osoo walitti hin qabamaniin hafuu ibsame Read more
Walitti hidhamiinsa naannawaa gabaa bilisaa Afrikaa cimsuun carraa guddaa filannoo gabaa ta’uusaa beekuun barbaachisaadha- Dooktar Fitsum Asaffaa Read more
Damee Indaastirii oomishaarraa baatiiwwan 5 darbanitti galiin Doolaarri Miiliyoona dhibba 2 ol argame Read more