Hanqinni dhiyeessii Simmintoo fi Sibiilaa hojiilee ijaarsarratti dhiibbaa uumaa jiraachuu ibsame Read more
Baatii Gurraandhalaa galiin Birriin biiliyoonni 21 fi miilyoonni dhibbi 9 ol walitti qabame Read more
Hojiin babal’isa warshaa Zayita nyaataa Shamuu xummuramuun guyyaan Zayita toonii 950 oomishuu eegale Read more
Oomishaaleen Doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 10 ol baasaan gara biyya alaatti ergamaniiru Read more
Magaalaa Finfinneetti dhaabbilee daldalaa seera daldalaa cabsanirratti tarkaanfiin seeraa fi bulchiinsaa fudhatamaa jiraachuu ibsame Read more
Sagantaan abbootii carraa marsaa 21ffaa ‘fudhadhaa, jijjiirradhaa, badhaafamaa’ gaggeeffame Read more
Boruu eegalee hojiirra kan oolu gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomisha boba’aa qophaa’uu ibsame Read more
Gabaa tasgabbeessuuf dhaabbileen idil addunyaa oomisha isaanii dhaabilee misoomaa mootummaaf dhiyeessuun akka raabsamu taasiifamuufi Read more
Baatiwwan 6 darbanitti galii mootummaan seeraan ala dhabuuf ture Birrii biiliyoona 19 ol baraaruun danda’ame – Komishinii Gumruukaa Read more