Magaalichaatti daldaltoota sababa malee daballii gatii taasiisan irratti tarkaanfiin fudhatamu cimee itti fufa jedhame Read more
Dooktar Iyoob Takkaaliny Ityoophiyaatti filannoowwan ivastimantiirratti dhaabbilee Faransaayiif ibsa laatan Read more
Baankiin Daldala Ityoophiyaa dameewwan tajaajilaa tokko tokkorratti fooyya’iinsa gatii taasiise Read more
Bara bajaatichaatti baatiwwan 6 keessaatti daldala alaarra galiin doolaarri biiliyoonni 1.5 argame Read more
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa sagantaa badhaasa jijjiirraa sharafa alaa marsaa 5ffaan maamiltoota isaa badhaase Read more
Baatiwwan 6 darbanitti Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 43 liqii fi deeggarsaan biyyaa keessaa galanii fi gara fula duratti galan argame Read more
Warshaan Zayita nyaataa guyyaatti liitira miiliyoona 1.5 oomishu Dalbata dhufu ni eebbifama Read more
Waltajjiin marii haala mijataa Invastimantii Ityoophiyaa addunyaatti beeksisu ifatti eegalame Read more