Qajeelfamoota weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf ba’an 30 guutumaan guutuutti hojiirra oolchuuf hojjetamaa jira – Dooktar Liyaa Read more
Magaalichatti namoota qorannoon Covid -19 taasiifameef keessaa % 45 dhibichaan qabamuu ibsame Read more
Walga’iinsa tajaajila uwwisa fayyaa mirkaneessuuf hirmaannaan seektaroota hundaa murteessaa ta’uu ibsame Read more
Ministeerri Fayyaa meeshaalee yaala fayyaa waliigaltee liqaa salphaa yeroo dheeraan bitaman fudhate Read more
Magaalaa Shaashamannee fi godina Arsii Lixaatti talaalliin vaayrasii koroonaa laatamu eegalame Read more
Torbee kana namoota qorannoon taasiifamee keessaa % 25 irratti vaayrasiin koroonaa argame – Dooktar Liyaa Read more
Dhaabbilee fi qaamolee dhuunfaa qajeelfama Covid -19 cabsanirratti tarkaanfiin fudhatamu itti fufa jedhame Read more