Vaayrasiin Covid-19 qaqqabsisu wantoota akka nootii baankii, iskiriinii bilbilaafi sibiilarra guyyoota 28f turuu danda’a Read more
Diinagdee Afrikaa sababa weerara vaayrasii koroonaan miidhame bakka buusuuf Doolaara Tiriiliiyoona 1.2 barbaachisa jedhame Read more
Bara kana biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadi jiran keessatti namoonni miiliyoonni 40 hiyyummaa hamaa keessa galuu akka danda’an Baankiin Addunyaa ifoomse Read more
Paarlaamaan Awurooppaa dhimma Ityoophiyaanota mana hidhaa Sawudii jiranirratti murtee dabarse Read more
Xumura bara Faranjootaa 2020tti talaalliin dhibee Covid -19 qophii ta’uu danda’a – Dooktar Teedroos Read more