Chelsiin Nootingaam Foorestiin injifate

Finfinnee, Onkoloolessa 8, 2018(FMC) – Tapha Piriimiyeer Liigii Ingiliziin  Chelsiin Notiingaam Foorestiin 3-0’n injifateera.

Tapha jalqabaa torbee 8ffaa Liigichaan Chelsiin kilabicha Dirre fi deggertoota isaa fuulduratti kan injifate.

Tapha walakkaa jalqabaatiin galchii tokkollee lakkoofsisuu kan hindandeenye Chelsiini tapha walakkaa 2ffaan taphattoota lama jijjiiruun caalmaa fudhatee qabxii sadii milkeessee ba’eera.

Joosh Acheemboongi, Peediroo Neetoo fi Riis Jamsi Cheelsiif galchuu warra  lakkoofsisee dha.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

Comments (0)
Add Comment