Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa leenjitoota balallii damee garaagaraan leenjisaa ture kuma 1 fi 103 guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Eebbifamtoota kanneen keessaas 41 balaliistota, 343 ogeeyyii suphaa xiyyaaraa, 524 keessummeessitoota balallii yoo ta’an 195 ammoo tikeetiifi dameewwan biroon leenji’uun eerameera.
Leenjitoonni kunneen Itiyoophiyaa fi biyyoota garaagaraa 16 irraa kan walitti babba’anidha.
Sammahaanyi Nigaatuutu Gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.