Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara 21ffaa Air Bus A350-900 (ET-BCE) guyyaa har’aa fudhateera.
Daandiin qilleensichaa xiyyaara A 350-900 simachuun tajaajila Si’ataa fi ammayyaa maamiltootaaf kennuu caalmaatti kan cimsuuf ta’uun ibseera.
Akkasumas gahee dursummaa Indaastirii Aveeyshiniin daandiin qilleensichaa qabu kan itti fufsiisu ta’uu beeksiseera.
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Air Bus A350-1000 Onkoloolessa 26, 2017 Finfinnee galchuun isaa ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.