Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018 (FMC) – Mootummoota Gamtoomanii jalatti kan argamu Dhaabbanni Qonna Addunyaa Inisheetivii Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaaf beekamtii kenneera.
Ministirri Ministeera Tuurizimii Salamaawiit Kaasan mootummaa Itiyoophiyaa bakka bu’uun badhaasichaa fudhataniiru.
Dhaabbanni Qonna Addunyaa kana duras wabii nyaataa, dhiyeessii nyaata madaallawaa fi oomisha Qamadiin raawwii saffisaa Itiyoophiyaan galmeessiteef Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy badhaasuun ni yaadatama.
Fireehiwaat Saffiwutu gabaase
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.