Namoota 121’f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne.
Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.
Kan dhibicharraa dandamates hin jiru.
Waliigalaan hanga ammaatti namoota kuma 2 fi 385’f qorannoon laabraatoorii taasifamee namoota 14 irratti dhibichi argameera.
Kanneen keessaa namoonni 9 lubbuun darbaniiru.
Namoonni 5 dhibicharraa yoo dandamatan, namni yaalarratti argamus hin jiru.
#Oromia#Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.