Diijitaal Itiyoophiyaa 2030’n hojiileen sona Hubannoo namtolchee caalmaatti babal’isuu ni hojjetamu  – Warquu Gaachanaa

Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Diijitaal Itiyoophiyaa 2030’n hojiileen sona Hubannoo namtolchee caalmaatti babal’isuu ni hojjetamu jedhan Daayrekterri Olaanaan Inistityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa Warquu Gaachanaan.

Sirni bulchiinsa Odeeffannoo bu’aa qabeessi akka jiraatu cimnee ni hojjenna jedhan.

Kanaanis ragaaleen sirnaan gurmaa’an murtoo kennuuf akka oolaan kan hojjetamu ta’uu kaasan.

Kanaan walqabatee Abbaan Taayitaa odeeffannoo biyyaalessaa walabaa gara hojiitti akka galu kan godhamu ta’a jedhan.

Kenniinsa Tajaajiloota Diijitaalaa waldubbisaa fi qajeelaa taasiisuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uus ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment