Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mootummoota Gamtoomaniti Gargaartuu Barreessituu fi Afrikaatti Daayirektara UNDP Ahunaa Iziyaakonwaa waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Ahunaa Iziyaakownaa baga nagaan Itiyoophiyaa dhuftan jedhaniiru.
UNDP guutuu Afrikaatti misooma hirmaachiisaa guddisuu fi ijaarsa nageenyaaf tumsa cimaa qabuuf dinqiisifataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna..