Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
Welcome to Fana Media Corporation S.C
Dooktar Abiy Aggaaroo fi Bashaashaatti hojiilee Misoomaa Daawwatan
By
Tsehay Guluma
on January 26, 2025
Finfinnee, Amajjii 18, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Aggaaroo fi Bashaashaatti hojiilee Misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Baala shaayii,daandii,Mana Baruumsaa,Misooma koriidarii Aggaaroo fi kanneen biroo daawwataniiru.
Filatamoo
Oduu biyya keessaa
Share
Related Posts
Galmeen filattootaa filannoo waliigalaa 7ffaa akkuma itti fufetti jira
Misooma koriidarii keessatti Geejjibni Ismaartii, Tajaajillii fi misoomni qarqara lageenii bu’uuraalee ijoodha – Dooktar Abiy Ahimad
Damee hundaan indaastiriiwwan gurguddoon uumamaa jiru- Dooktar Abiy Ahimad
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaafi Tumsa Idil-addunyaa Xaaliyaanii misooma qarqara lagaa Finfinnee daawwatan
Qophii Qonna Arfaasaa…
Finfinneen jireenya magaalummaa Afrikaa ammayyeessuu keessatti ashaaraa kaa’aa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Magaalaa Goondar qofa osoo hin taane baadiyyaa isheefis Misooma Kooriidariin boqonnaan haaraan banameera- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Comments
(0)
Add Comment