Dooktar Abiy Humna Waraanaa Ameerikaatti Ajajaa ajaja Afrikaa Jeneraal Daagviin R. M Andarsan waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Humna Waraanaa Ameerikaatti Ajajaa ajaja Afrikaa Jeneraal Daagviin R. M Andarsan waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota nageenya naannawaa fi tumsa waloo cimsanirratti marii bu’aa qabeessa taasifneerra jedhan Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment