Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa warra Faranjootaa 2026 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Yeroon kun gaarummaan daangaa ce’aa ta’uu fi abdii ammoo waloon ijaaruu akka dandeenyu nutti agarsiisa jedhan ergaa isaaniin.
Hawaasni addunyaa ayyaana bara haaraa kana kabajdan hundi baga nagaan geessan jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.