Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad barsiisota bakka bu’oota guutuu biyyattiirraa walitti babba’an waliin guyyaa har’aa mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, marii dameewwan garaagaraa waliin taasisnu itti fufuun guyyaa har’aa barsiisota guutuu Itiyoophiyaarraa walitti babba’an waliin dhimmoota ka’an dhaggeeffachuun yaadota galtee karoora keenyaa ta’an fudhachuun mari’anneerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.