Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jeneraal Maariin Koorpis Ameerikaafi Ajajaa AFRICOM Jeneraal Maaykal Laangileey waliin mari’atan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Jeneraal Maaykal Laangireey waliin dhimmoota fedhii waloo ta’an, dhimmoota gam-lameefi naannawaarratti mari’anneerra jedhan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.