Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon naannoo Harariitti Qa’ee Moodeela Baadiyyaa Aanaa Soofii ganda Burqaa daawwataniiru.
Hojiin misooma Koriidarii kun meeshaalee naannawaa fi hirmaannaa Ummataan kan hojjetame Qa’ee moodeela xiqqaa ta’uu ibsan Dooktar Abiy Ahimad.
Hirmaannaa ho’aa hawaasa naannawaan mala aadaan, karoora qindaa’aa fi hojmaata hojiirra ooleen bu’aa argameedha jedhan.
#Oromia #Ethiopia