Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii miidiyaa dhaabbilee ummataa fi dhuunfarraa walitti babba’an waliin mari’atan.
Dhimmoota addaa fi hudhaalee Indaastirichaarratti mari’achuu Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Miidiyaaleen hojiilee misoomaa beeksisuu, marii gabbisuu fi tokkummaa biyyaalessaa tumsuu keessatti qooda ijoo qabaachuu himan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.