Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin Bilbilaan mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, hariiroo waloo fi dhimmoota biroorratti marii bu’aa qabeessa taasifneerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.