Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gaanaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gaanaa Joon Mohaamaa waliin mari’ataniiru

Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa guyyaa 2ffaa cinaatti Pireezidaantii Gaanaa Joon Mohaamaa waliin akkaataa hariiroo gamlamee biyyoota lameenii caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’achuu ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment