Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Siidii Uuluudi waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Pirezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Siidii Uuluudi waliin marii walga’ii biyyoota garee 20 irratti gaggeessine turretti kan itti fufe gaggeessineerra jedhan.
Mariin keenya deeggarsa guddina hammataa, faayinaansii misoomaa fi invastimantii tarsiimawaa guutuu Afrikaa kan ilaallatedha jedhan ergaa isaaniin.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.