Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii duraanii Afrikaa Kibbaa Taamboo Mibeekii waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii duraanii Afrikaa Kibbaa Taamboo Mibeekii waliin mari’ataniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsanii, Pirezidaantii duraanii Afrikaa Kibbaa Taamboo Mibeekii waliin misooma Afrikaa, walitti hidhamiinsa naannawaa fi dhimmoota akka ardiitti dursi kennamuuf irratti mari’anneerra jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment