Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Yaa’ii Hooggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa cinaatti Pirezidaanticha waliin mari’achuu ibsan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.