Finfinnee Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad pirezidaantii Taanzaaniyaa Saamiyaa Suuluuh waliin mari’atan mari’ataniiru.
Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa cinatti pirezidaanti Saamiyaa Suuluuhwqliin dhimmoota hariiroo gamlamee cimsuu dandeessisan irratti mari’achuu isaanii ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.