Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gama Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin, Har’a ganama Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan sheek Mahaammud waliin dhimmoota naannawaa fedhii waloo ta’anirratti mari’achuu ibsaniiru.
Ejjennoo nageenyaa fi tasgabbii naannawichaa fi misooma mirkaneessuuf qabnu irra deebiin mirkaneessineera jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna