Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Rippaablika Saayipiras Dooktar Koonistaantiinoos Koomboosii fi jila isaaniin durfamu waliin mari’ataniiru.
Turtii Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti taasifne xumuruun gara Finfinneetti erga deebinee jilicha waliin dhimmoota waloorratti mari’anneerra jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Biyyoonni lamaan hariiroo dippiloomaasii, diinagdee fi siyaasaa caalmatti cimsuuf fedhii qabaachuu kaasan.
Dhimmoota kaayyoowwan keenyaa caalmaatti guddisanirratti marii bal’aa goonerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.