Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa kiir Maayaardiit waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin, Har’a ganama Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit waliin dhimmoota gamlameerratti mari’anneerra jedhan.
Biyyoonni lameen tumsa isaanii cimsuuf fi dhimmoota waloo dursi kennamufirratti mari’ataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.