Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Gamtaa Afrikaa fi Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Riippaablika Siingaapoor Salbaraajaahii waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota tumsa misooma Geejjibaa biyyoota lamaanirratti marii bu’aa qabeessa taasisuu ragaan Ministeerichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ityoophiyaa