Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos gita isaanii Keeniyaa Muusaaliyaa Mudaavaadii fi kan Ziimbaabiwee Dooktar Amoon Maariiwaaraa waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo fi naannawaarratti mari’achuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.