Dooktar Geediyoon Ministira Dhimma Alaa Biritaaniyaa waliin mari’atan

Finfinnee Amajjii 24, 2018 (FMC)_ Ministirri Ministeera Dhimma Alaa  Dooktar Geediyoon xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa fi  Dhimmoota Badhaadhina Misooma waloo Biritaaniyaa Iveet Kuupar waliin mari’ataniiru.

Dooktar Geediyoon marii waajjira isaanitti taasianiin, hariiroo biyyoota lameenii waggoottan dheeraa lakkoofsise akkaataa sadarkaa olaanaatti ceesisuun danda’amurratti mari’ataniiru.

Dabalataniis dhimmoota nageenya naannawicharratti marii taasisuu ragaan Ministeera Dhimma Alaa ni mul’isa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment