Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaa fi tumsa Idil Addunyaa Kootidivoweer Kaabaa Niiyaalee waliin mari’atan.
Dhimmoota hariiroo waloo biyyoota lamaanii, naannawaa fi idil addunyaarratti mari’ataniiru.
Kaabaa Niiyaaleen Walga’ii Idilee Hojii Raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa 48ffaa fi Yaa’ii Idilee Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuun isaanii kan yaadatamudha.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.