Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Mooriitaaniyaa Dooktar Mohaammad Saaleem Uuldi Marzuug waliin mari’ataniiru.
Hoggantoonni lameen Yaa’ii Hooggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa cinaatti dhimmoota gam-lameefi ardii irratti mari’atan.
Biyyoonni lameen waliigaltee leenjii dippiloomaatotaa irratti waliin hojjechuuf isaan dandeessisu Inistiitiyuutii Dhimma Alaa fi Akkaadaamii Dippiloomaasii Mooriitaaniyaa gidduutti mallatteeffameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.