Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Bulchaan Baankii Biyyalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin mari’ataniiru.
Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliiz, Xaaliyaanii, Hindii fi Kaanaadaa waliin dhimmoota diinagdee fi riifoormii gaggeeffame milkeessuuf hojiilee hojjetamaa jiranirratti mari’ataniiru.
Akkasumas biyyoota kanneen waliin haala hariiroo daldalaa fi carraalee Invastimantii caalmaatti babal’isuun danda’amurratti mari’atan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.