Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC)_ Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu Ambaasaaddara gochuun muudaniiru.
Pireezidaanti Taayyeen akkaataa Heera Mootummaa keeyyata 71 keeyyata xiqqaa 3’n Dooktar Laggasaa Tulluu Ambaasaaddara gochuun muuduu isaanii TOI gabaaseera.
Dooktar Laggasaa Tulluun Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa ta’uun tajaajila turuun isaanii ni beekama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.