Finfinnee, Guraandhala 9, 2018 (FMC) – Dorgommii fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa Oromiyaa Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Tulluu Boollootti gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommii fi Feestivaalli Ispoortiiwwan Aadaa 31ffaa fi Feestivaalli Aadaa 18ffaan Oromiyaa Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Tulluu Boollootti gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommichi mata duree “Misooma Ispoortiiwwan Aadaa fi Haaromsa Aadaa Olka’iinsa Biiyyaf! “ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Hirphoo Shibootu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.