Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa jiruun dorgommii fiigicha meetira kuma 5 dubartootaan atileetonni Keeniyaa meedaaliyaa warqee fi meetii injifataniiru.
Itiyoophiyaa bakka bu’uun dorgommicharratti kan hirmaatan Atileet Gudaaf Tsaggaayee, Atileet Madiinaa Iisaa fi Atileet Faantaayee Balaayinee hin milkaa’iin hafaniiru.
Atileet Gudaaf Tsaggaayee dorgommicha sadarkaa 5ffaa bahuun xumurte.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.