Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan Magaalaa Finfinneetti eegalameera.
Yeroo ammaa dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 3 dubartootaa, utaalchii fi darbannaan eeboo gaggeeffamaa jira.
Atileetoonni 372 dorgomicharratti kan hirmaatan ta’uunis ibsame.
Dorgommiin taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan kun gosoota Ispoortii 19’n kan geeffamu yoo ta’u, naannoleen hundii fi bulchiinsi magaalootaa lamaan hirmaachaa jiru.
Dorgomichi hanga Onkololeessa 23, 2018tti gaggeeffama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.