Dorgommiin Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot Boqonnaa 21ffaan har’a eegala

Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Dorgommiin Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot boqonnaan 21ffaan har’a sa’aatii 6:00 tti eegala.

Dorgommii har’a eegaluun dorgommtonni Baandii Kookkab waliin hojiilee isaanii marsaa lamaan ni dhiyeessu.

Dorgommii torbee 13 ‘f itti fufu kanaan dorgommtonni torbewwan addaa addaatti filaannoowwan muuziqaa ofii isaanii, abbootii murtii fi daawwattoottaan falmii cimaa taasisuu.

Boqonnichaan dorgomtootaa afur marsaa xumuraaf qaqqabaniif badhaasni Birrii miiliyoona 1 qophaa’eera.

Boqonnaan 21ffaan har’a sa’aatii 6:00 irra eegalee kara Faanaa Teeleeviizyiinii fi filannoowwan Faanaa Diijitaalaan tamsaasa kallattiin ni darba.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment