Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Baatiwwan lamaa oliif dorgomamaa kan ture dorgommiin xumuraa moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroot marsaa 5ffaan boru gaggeeffama.
Pheexiroos Maasrashaa, Iyyarusaaleem Asaffaa, Iyyoobeel Tsaggaayee fi Efireem Getaachoon morkiin taasisan ni eegama.
Dorgomtoota dorgomicha injifataniif Badhaasni Birrii miiliyoona 3.3 kan qophaa’e yoo ta’u, badhaasni waancaa fi Muuziqaa haaraas ni gumaachamaaf jedhame.
Dorgommichi boru waaree booda sa’aatii 6:00 filannoowwan Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniin dubbiftoota, daawwattootaa fi dhaggeeffaattootaaf ni dhiyaata.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.