Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa fi gammachuu ibsannaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira.
Hiriira Mata Duree “Gamtaan Dandeenyerra “ jedhuun gaggeeffamaa jirurratti kutaaleen hawaasaa garaagaraa tattaaffii mootummaan badhaadhina Itiyoophiyaa dhugoomsuuf taasisaa jiruuf aantummaa qaban mul’isaa jiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.