Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee hiriirri gammachuu fi deeggarsaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti mata duree ‘Gamtaan Dandeenyerra’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantii naannichaa obbo Xilahuun Kabbadaa dabalatee hoggantoonnii fi kutaaleen hawaasaa naannichaa bakka argamanitti Magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffamaa jira.