Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad

Bu’ura Cimaa Biyya Jabduu

Itoophiyaan badhaadhinashee kan mirkaneessitu harkawwan jajjaboo bu’urashee cimsuu danda’aniinidha.

Qabsoo gama hundumaan taasifnuun bu’ura Itiyoophiyaa ni cimsina.

Biyya jabduu rakkoowwan kamiifuu hin sarmine, qormaatawwan carraatti jijjiirtu, baroota dhufanittis tarree biyyoota gurguddoota addunyaa hiriirtu, dafqaafi dhiigaan ni ijaarra.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment