Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy AhimadNaannoo Amaaraa Godina Saba Oromoo Kamiseetti argamuun ummataaf ergaa dabarsaniiru.
Godinaalee naannoo Amaaraa hanga ammaatti hin daawwanne keessaa Kamiseen tokko ta’uu isheen daawwannaa addaati jedhan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.
Misoomni Koriidarii Kamisee sadarkaa jalqabbiirra jirus daandiin biskileettii fi lafoo kiiloo meetirri 1.3 hojjetamuun kan jajjabeeffamuudha.
Hojiin misooma koriidarii iddoo hundatti hojiirra ooluu mul’ifuudha jedhan.
Warshaa misooma qindaa’aa Qonnaa Indaastirii Agiroo Eelfooraa daawwachuu ibsan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.