Ergaa obbo Tamasgeen Xurunaa

Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan eebbifamuu kitaaba Mootummaa Ida’aamuu hordofee Dookktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhan.

Kitaabni yaadama Ida’amuun eegalame imalli isaa ķitaaba Mootummaa Ida’amuurra gaheera jedhan.

Biyya bulchaa, hojjechaa, qorachaa, wixineessaa kitaaba nuuf gumaachitaniif galatoomaa jedhan obbo Tamasgeen Xurunaan.

Kitaabni Mootummaa Ida’amuu jedhu kan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame har’a eebbifameera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment