Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 17ffaa gaggeessaa jira.

Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojii bara 2017 dhiyaachuun irratti mari’atamaa kan jiru yoo ta’u, bara baajatichaan galiin Birriin miiliyoonni 300 fi miiliyoona 57 ol argamuu ka’eera.

Federeeshinichi bara 2017 Birrii miiliyoona 59.8 bu’aa argachuu ibsame.

Dorgommii Sadarkaa Ardii fi Idil Addunyaa garee Biyyaalessaa Dhiirootaa fi Dubartootaaf Birrii miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 23 ol baasii ta’uu gabaasichaan ka’eera.

Mubaarak Faantaawutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment