Finfinnee, Sadaasa 13, 2018 (FMC)- Poolisiin Magaalaa Finfinee Fiigicha Guddicha Itiyoophiyaa 25ffaa boru gaggeeffamuuf daandiwwan cufaman ifoomseera.
Haaluma kanaan,.
👉Addabaabaayii Oloompiyaa gara Addabaabaayii Masqalaa
👉Addabaabaayii Xilaahuuni gara Ibsa Saanjooseef
👉Gamtaa Afrikaa gara Addabaabaayii Meeksikkoo
Ibsa Paarlaamaa gara maqa Koonsaan
👉Maqa koonsaanii gara Gaabreelii
👉Xiiyiit beeti gara duuba Gaabreeliin (Maqa Xiiyiit Beeti)
👉Addabaabaayii Dubartootaa gara Kaazaanchiis
👉Addabaabaayii Dubartootaa gara Kazzaanchiis Totaal
👉Addabaabaayii 22 ykn Gamoo Zarihuuni gara Uraa’eel
👉Daandii haaaraa Piikookii gara Addabaabaayii Uraa’eel( Ibsa Piikookiirratti)
👉Addabaabaayii Gaazeeboo gara Dambal
👉Mana Amantaa Amanta Kiirkoosii gara Ibsa Lagga Harree
👉Maqa Hospitaala Laandi Maarki gara Hooteela Gannat
👉Gamoo Xamaamaa gara Meeksikoo (qaxxamura Gamoo Xamamaa)
👉Ibsa Gamtaa Afrikaa gara Addabaabaayii Meeksikkoo
👉Ibsa Faransanyaa gara Dirre Caffee
👉Qaxxamuura Moollaa Maaruu gara Safaraa Geejjaa .
👉Mana Murtii Olaanaa gara Addabaabaayii Meeksikkoo
👉Sangaa Taraa gara ibsa Sangaa taraa marfata 40/60
👉 Qommaa Quyxxabaa gara Tiyaatira biyyaalesaa
👉Marfata Raaga haala qilleensaa gara Ibsa Poostaa
👉Hoospitaal Xiquur Anbasaa gara Immigireeshinii
👉Mikaa’eela Goollaa Immiigireeshinii fi
Addabaabaayii Teediroos irratti ganama sa’aatii 11:30 irra eegale hanga fiigichi xumuramuutti konkolaataaf cuufa ta’uu ibseera.
Daandiwwan eeraman kanneen irra sanbata Sadaasa 13 , 2018 galgala sa’aatii 12 irra eegalee konkolaataa dhaabanii deemuun dhorkaa ta’uu Poolisiin magaalichaa himeera.
Hawaasni tajaajila poolisaii argachuuf 011 1110111 ykn kara bilbila tolaa 991 fayyadamuu akka danda’an ibseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.