Fiigichi Walakkaa Maaraatoonni 18ffaan xumurame

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC )- Dorgommiin fiigicha walakkaa maaraatoonii 18ffaan Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Dhiirotaan Atileet Leellisaa Fufaa sa’aatii fi daqiiqaa 3 fi seekondii 46’n Poolisii Oromiyaarraa sadarkaa 1ffaan xumureera.
Atileet Nagaasaa dhaqqabaa Konistiraakshinii Oromiyaarraa 2ffaa, akkasumas Atileet Seeyifuu Turaa sadarkaa 3ffaan xumuraniiru.
Dubartotaan Atileet Faantuu Warquu sa’aatii 1fi daqiiqaa 13 fi seekoondii 30’n Itiyoo Elektirikiirraa olaantummaan yoo xumurtu, Atileet Ayinaalam Dastaa Machaal irraa 2ffaa ,Atleet Bizu’agar Adaraa Baankii Daldala Itiyoophiyaarraa sadarkaa 3ffaan xumurteerti.
Comments (0)
Add Comment